5/24/2023 0 Comments Seenaa Hayyoota Addunyaa pdf![]() Jecha niitii/jaartii obboleeysaaa si haa baraaru. Ğeyba jaarsoolee/ manguddoolee waan sadi si haa bararu:-Ģ.Ěbaarsaa jaarsaa du’aaf deemu si haa baraaru,ģ. Waan abbaa duubaa dandeessee, waan abbaa biraa/duubaa dadhabde. Rooba guddaa keessa deemteeti, dhimmuu mana takka obsite.ģ. ĝhiirti waa sadi dandeessee, waan sadi dadhabde:-ġ.ěilaaluu gurguddoo keessa deemteeti, cirracha tokko kan kophee keessa seene dadhabde.Ģ. Qabeenyi waan lubbuu qabaati, yooniif doyna/doqnatti goreen waan lubbuu dhabaati. Gudeedni kormaa waan lubbuu qabaati, masheenatti goreen waan lubbuu dhabaati.ģ. ![]() Seenaan waan lubbuu qabaati, yoo gowwatti himan waan lubbuu dhabaati.Ģ. Waa sadi waan lubbuu qabaatu, waa sadiin lubbuu dhaba:-ġ. Mee arraan tana jechoota hayyootni oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa nu hordofaa. ![]() dubbisanii ‘like’ ‘share’ ‘comment’ godhuun dirqama sabummaati.Īshamaa harka fuune jaalatamtoota, kabajamtoota ilmaan oromoo? Nagayni badhaadha? Alaa manni, aalii ollaan fayyaadha? Baraa bariin, daagaa argaadni nagayaa? Hubachiisa:- yoo akka dubbifteen ‘like’, ‘share’ fi ‘comment’ godhuu baatte dubbisuun hin hayyamamu.
0 Comments
Leave a Reply. |